Al-Muddaththir · 51/56
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Muddaththir
فَرَّتْ مِن قَسْوَرَةٍ ۝٥١
Farrat min qaswarah
📖 Afaan Oromoon
Leenca irraa kan baqatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 49-53 — Suuratu Al-Muddaththir

49فَمَا لَهُمْ عَنِ التَّذْكِرَةِ مُعْرِضِينَ
Maaltu isaaniif jiraayi gorsa (Quraanaa) irraa gara galoo tau
50كَأَنَّهُمْ حُمُرٌ مُّسْتَنفِرَةٌ
(Yeroo akeekkachiisa Rabbii irraa dheessan) akka harree diidoo dammaqanii (gugatanii) fakkaatu
51فَرَّتْ مِن قَسْوَرَةٍ
Leenca irraa kan baqatan
52بَلْ يُرِيدُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُؤْتَىٰ صُحُفًا مُّنَشَّرَةً
Inumaa namni isaan irraa tae hundi kitaabota banamoo kennamuu fedha
53كَلَّا ۖ بَل لَّا يَخَافُونَ الْآخِرَةَ
Dhugumatti, (hin kennamanu) isaan Aakhirumaayyuu hin sodaatanu
Al-MuddaththirTarreeffama Qur'ana
56Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — Al-Muddaththir 51

Suuratu Al-Muddaththir Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Leenca irraa kan baqatan

Suuratu Aayah 51/56 — Suuratu Al-Muddaththir المدثر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Muddaththir Caqasi, Suuratu Al-Muddaththir Hiikkaa, Suuratu Al-Muddaththir mp3, Suuratu Al-Muddaththir pdf. Aayah 49–53. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers