Fussilat · 2/54
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Fussilat
تَنزِيلٌ مِّنَ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ ۝٢
Tanzeelum Minar-Rahmaanir-Raheem
📖 Afaan Oromoon
(Qur’aanni kun) Rabbii mararfataa, rahmata godhaa ta’e irraa buufamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Fussilat

1حم
Haa Miim
2تَنزِيلٌ مِّنَ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
(Qur’aanni kun) Rabbii mararfataa, rahmata godhaa ta’e irraa buufamaadha
3كِتَابٌ فُصِّلَتْ آيَاتُهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لِّقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Kitaaba keeyyattoonni isaa namoota beekaniif, dubbifamaa Afaan Arabaa ta’ee, adda baafamteedha
4بَشِيرًا وَنَذِيرًا فَأَعْرَضَ أَكْثَرُهُمْ فَهُمْ لَا يَسْمَعُونَ
Gammachiisaafi sodaachisaa ta’ee (buufamee dha); irra hedduun isaanii irraa gara galanSaniifuu isaan hin dhagayan
FussilatTarreeffama Qur'ana
54Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Fussilat 2

Suuratu Fussilat Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Qur’aanni kun) Rabbii mararfataa, rahmata godhaa ta’e irraa buufamaadha

Suuratu Aayah 2/54 — Suuratu Fussilat فصلت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Fussilat Caqasi, Suuratu Fussilat Hiikkaa, Suuratu Fussilat mp3, Suuratu Fussilat pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers