Al-Munafiqun · 8/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Munafiqun
يَقُولُونَ لَئِن رَّجَعْنَا إِلَى الْمَدِينَةِ لَيُخْرِجَنَّ الْأَعَزُّ مِنْهَا الْأَذَلَّ ۚ وَلِلَّهِ الْعِزَّةُ وَلِرَسُولِهِ وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَلَٰكِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَا يَعْلَمُونَ ۝٨
Yaqooloona la`ir raja`naaa ilal madeenati la yukhrijanal a`azzu minhal azall; wa lillaahil `izzatu wa li Rasoolihee wa lilmu`mineena wa laakinnal munaafiqeena laa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Yoo gara Madiinaa deebineef, dhugumatti, (nuti) injifattoonni ishee irraa salphattoota baasuuf jirra" jedhuInjifannoon kan Rabbii, kan Ergamaa Isaatiifi kan mu’uminootaati; garuu munaafiqoonni hin beekanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 6-10 — Al-Munafiqun

6سَوَاءٌ عَلَيْهِمْ أَسْتَغْفَرْتَ لَهُمْ أَمْ لَمْ تَسْتَغْفِرْ لَهُمْ لَن يَغْفِرَ اللَّهُ لَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْفَاسِقِينَ
Araarama isaanii barbaaddus isaanii barbaaduu dhiiftus isaan irratti wal qixa; Rabbiin isaaniif hin araaramuRabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu
7هُمُ الَّذِينَ يَقُولُونَ لَا تُنفِقُوا عَلَىٰ مَنْ عِندَ رَسُولِ اللَّهِ حَتَّىٰ يَنفَضُّوا ۗ وَلِلَّهِ خَزَائِنُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَلَٰكِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَا يَفْقَهُونَ
Isaan warra "namoota Ergamaa Rabbii bira jiranu hanga isaan faffacaanutti isaan irratti hin arjoominaa" jedhanuudhaKuusaaleen samiifi dachii kan Rabbiiti; garuu munaafiqoonni hin hubatanu
8يَقُولُونَ لَئِن رَّجَعْنَا إِلَى الْمَدِينَةِ لَيُخْرِجَنَّ الْأَعَزُّ مِنْهَا الْأَذَلَّ ۚ وَلِلَّهِ الْعِزَّةُ وَلِرَسُولِهِ وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَلَٰكِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَا يَعْلَمُونَ
Yoo gara Madiinaa deebineef, dhugumatti, (nuti) injifattoonni ishee irraa salphattoota baasuuf jirra" jedhuInjifannoon kan Rabbii, kan Ergamaa Isaatiifi kan mu’uminootaati; garuu munaafiqoonni hin beekanu
9يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تُلْهِكُمْ أَمْوَالُكُمْ وَلَا أَوْلَادُكُمْ عَن ذِكْرِ اللَّهِ ۚ وَمَن يَفْعَلْ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ
Yaa warra amantan! Qabeenyi keessaniifi ilmaan keessan zikrii Rabbii irraa isin hin daginNamoonni kana dalagan isaanumatu hoongaoota
10وَأَنفِقُوا مِن مَّا رَزَقْنَاكُم مِّن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ أَحَدَكُمُ الْمَوْتُ فَيَقُولَ رَبِّ لَوْلَا أَخَّرْتَنِي إِلَىٰ أَجَلٍ قَرِيبٍ فَأَصَّدَّقَ وَأَكُن مِّنَ الصَّالِحِينَ
Odoo tokkoon keessanitti duuti dhufnaan "Gooftaa kiyya! Odoo hanga beellama gabaabaatti na tursiiftee, silaa dhugumatti, sadaqadheen warra gaggaarii irraayis taa" hin jedhin dura waan nuti isiniif kennine irraa kennadhaa
Al-MunafiqunTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Munafiqun 8

Suuratu Al-Munafiqun Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo gara Madiinaa deebineef, dhugumatti, (nuti) injifattoonni ishee irraa salphattoota…

Suuratu Aayah 8/11 — Al-Munafiqun المنافقون (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Munafiqun Caqasi, Al-Munafiqun Hiikkaa, Al-Munafiqun mp3, Al-Munafiqun pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers