Al-Mutaffifin · 9/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
كِتَابٌ مَّرْقُومٌ ۝٩
Kitaabum marqoom
📖 Afaan Oromoon
Kitaaba barreeffamaadha (dalagaa yakkamtootaatu irratti barreeffama)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Mutaffifin

7كَلَّا إِنَّ كِتَابَ الْفُجَّارِ لَفِي سِجِّينٍ
Dhugumatti, galmeen badii hojjattootaa Sijjiin keessa taa
8وَمَا أَدْرَاكَ مَا سِجِّينٌ
Sijjiin" maal akka tae maaltu si beeksise
9كِتَابٌ مَّرْقُومٌ
Kitaaba barreeffamaadha (dalagaa yakkamtootaatu irratti barreeffama)
10وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf Guyyaa san badiin mirkanaa’e
11الَّذِينَ يُكَذِّبُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ
Isaan guyyaa murtii sobsiisaniif
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 9

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kitaaba barreeffamaadha (dalagaa yakkamtootaatu irratti barreeffama)

Suuratu Aayah 9/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers