Suuratu Al-Infitar Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Infitar hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (19 Aayah — مكية). Al-Infitar Caqasi, Al-Infitar Hiikkaa, Al-Infitar mp3, Al-Infitar pdf.Suuratu Al-Infitar Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَإِذَا الْقُبُورُ بُعْثِرَتْ ٤
📖 Hiikkaa
Aayah 4
Yeroo qabroonni gara gaggalfamtee du’aa ishee keessa jiru ol baafte
عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ وَأَخَّرَتْ ٥
📖 Hiikkaa
Aayah 5
(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti
يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ الْكَرِيمِ ٦
📖 Hiikkaa
Aayah 6
Yaa namootaa! Gooftaa kee kan Arjaa taetti (amanuu irraa) maaltu si gowwoomse
الَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّاكَ فَعَدَلَكَ ٧
📖 Hiikkaa
Aayah 7
Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse
فِي أَيِّ صُورَةٍ مَّا شَاءَ رَكَّبَكَ ٨
📖 Hiikkaa
Aayah 8
Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)
كَلَّا بَلْ تُكَذِّبُونَ بِالدِّينِ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
Dhorgamaa! Dhugumatti, guyyaa murtii ni sobsiiftu
إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Dhugumatti, warri toltuu hojjatan qananii keessa jiraatu
وَإِنَّ الْفُجَّارَ لَفِي جَحِيمٍ ١٤
📖 Hiikkaa
Aayah 14
Warri hamtuu hojjatan immoo ibidda keessa jiraatu
وَمَا أَدْرَاكَ مَا يَوْمُ الدِّينِ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Sila guyyaan murtii maal akka tae maaltu si beeksise
ثُمَّ مَا أَدْرَاكَ مَا يَوْمُ الدِّينِ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
Ergasii guyyaan murtii maal akka tae maaltu si beeksise
يَوْمَ لَا تَمْلِكُ نَفْسٌ لِّنَفْسٍ شَيْئًا ۖ وَالْأَمْرُ يَوْمَئِذٍ لِّلَّهِ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
(Inni) guyyaa lubbuun tokko lubbuu biraatiif homaa gochuu hin dandeenyeGuyyaa san ajajni (hundi) kan Rabbiiti
Dubbisi Suuratu Al-Infitar Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

