Al-Infitar · 7/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Infitar
الَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّاكَ فَعَدَلَكَ ۝٧
Allazee khalaqaka fasaw waaka fa`adalak
📖 Afaan Oromoon
Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Infitar

5عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ وَأَخَّرَتْ
(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti
6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ الْكَرِيمِ
Yaa namootaa! Gooftaa kee kan Arjaa taetti (amanuu irraa) maaltu si gowwoomse
7الَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّاكَ فَعَدَلَكَ
Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse
8فِي أَيِّ صُورَةٍ مَّا شَاءَ رَكَّبَكَ
Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)
9كَلَّا بَلْ تُكَذِّبُونَ بِالدِّينِ
Dhorgamaa! Dhugumatti, guyyaa murtii ni sobsiiftu
Al-InfitarTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Infitar 7

Suuratu Al-Infitar Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse

Suuratu Aayah 7/19 — Suuratu Al-Infitar الإنفطار (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Infitar Caqasi, Suuratu Al-Infitar Hiikkaa, Suuratu Al-Infitar mp3, Suuratu Al-Infitar pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers