Al-Infitar · 15/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Infitar
يَصْلَوْنَهَا يَوْمَ الدِّينِ ۝١٥
Yaslawnahaa Yawmad Deen
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa murtii ishee seenu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — Al-Infitar

13إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ
Dhugumatti, warri toltuu hojjatan qananii keessa jiraatu
14وَإِنَّ الْفُجَّارَ لَفِي جَحِيمٍ
Warri hamtuu hojjatan immoo ibidda keessa jiraatu
15يَصْلَوْنَهَا يَوْمَ الدِّينِ
Guyyaa murtii ishee seenu
16وَمَا هُمْ عَنْهَا بِغَائِبِينَ
Isaan ishee irraa hin fagaatanu
17وَمَا أَدْرَاكَ مَا يَوْمُ الدِّينِ
Sila guyyaan murtii maal akka tae maaltu si beeksise
Al-InfitarTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Infitar 15

Suuratu Al-Infitar Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa murtii ishee seenu

Suuratu Aayah 15/19 — Al-Infitar الإنفطار (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Infitar Caqasi, Al-Infitar Hiikkaa, Al-Infitar mp3, Al-Infitar pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers