Al-Infitar · 8/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Infitar
فِي أَيِّ صُورَةٍ مَّا شَاءَ رَكَّبَكَ ۝٨
Feee ayye sooratim maa shaaa`a rakkabak
📖 Afaan Oromoon
Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-Infitar

6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ الْكَرِيمِ
Yaa namootaa! Gooftaa kee kan Arjaa taetti (amanuu irraa) maaltu si gowwoomse
7الَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّاكَ فَعَدَلَكَ
Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse
8فِي أَيِّ صُورَةٍ مَّا شَاءَ رَكَّبَكَ
Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)
9كَلَّا بَلْ تُكَذِّبُونَ بِالدِّينِ
Dhorgamaa! Dhugumatti, guyyaa murtii ni sobsiiftu
10وَإِنَّ عَلَيْكُمْ لَحَافِظِينَ
Dhugumatti, isin irra to’attootatu jiru
Al-InfitarTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Infitar 8

Suuratu Al-Infitar Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Boca fedhe keessatti walitti si qabe (sanarraa maaltu si gowwoomse)

Suuratu Aayah 8/19 — Suuratu Al-Infitar الإنفطار (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Infitar Caqasi, Suuratu Al-Infitar Hiikkaa, Suuratu Al-Infitar mp3, Suuratu Al-Infitar pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers