Al-Infitar · 5/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Infitar
عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ وَأَخَّرَتْ ۝٥
Alimat nafsum maa qaddamat wa akhkharat
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Infitar

3وَإِذَا الْبِحَارُ فُجِّرَتْ
Yeroo galaanonni walitti makaman
4وَإِذَا الْقُبُورُ بُعْثِرَتْ
Yeroo qabroonni gara gaggalfamtee du’aa ishee keessa jiru ol baafte
5عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ وَأَخَّرَتْ
(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti
6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ مَا غَرَّكَ بِرَبِّكَ الْكَرِيمِ
Yaa namootaa! Gooftaa kee kan Arjaa taetti (amanuu irraa) maaltu si gowwoomse
7الَّذِي خَلَقَكَ فَسَوَّاكَ فَعَدَلَكَ
Isa si uumee, ergasii si guutee, si sirreesse
Al-InfitarTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Infitar 5

Suuratu Al-Infitar Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti

Suuratu Aayah 5/19 — Suuratu Al-Infitar الإنفطار (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Infitar Caqasi, Suuratu Al-Infitar Hiikkaa, Suuratu Al-Infitar mp3, Suuratu Al-Infitar pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers