Suuratu Ash-Sharh Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu Ash-Sharh hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (8 Aayah — مكية). Ash-Sharh Caqasi, Ash-Sharh Hiikkaa, Ash-Sharh mp3, Ash-Sharh pdf.

Suuratu Ash-Sharh Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
—
x1
bismillah
أَلَمْ نَشْرَحْ لَكَ صَدْرَكَ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Sila Nuti qoma kee siif hin balifnee
وَوَضَعْنَا عَنكَ وِزْرَكَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Ba’aa (badii) kee sirraa buufne
الَّذِي أَنقَضَ ظَهْرَكَ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne)
وَرَفَعْنَا لَكَ ذِكْرَكَ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Maqaa keetis siif ol kaafne
فَإِنَّ مَعَ الْعُسْرِ يُسْرًا ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Rakkinaa wajjin laafinatu jira
إِنَّ مَعَ الْعُسْرِ يُسْرًا ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira
فَإِذَا فَرَغْتَ فَانصَبْ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Yeroo (dalagaa wahii) raawwattes jabaadhu
وَإِلَىٰ رَبِّكَ فَارْغَب ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli
← 93 Ash-Sharh (94/114) 95 →
Dubbisi Suuratu Ash-Sharh Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

94الشرح Ash-Sharh 📚 8 Aayah مكية



Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers