8 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﯝﯞﯟﯠﯡ
94:1 Sila Nuti qoma kee siif hin balifnee
ﯢﯣﯤﯥ
94:2 Ba’aa (badii) kee sirraa buufne
ﭑﭒﭓﭔ
94:3 Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne)
ﭕﭖﭗﭘ
94:4 Maqaa keetis siif ol kaafne
ﭙﭚﭛﭜﭝ
94:5 Rakkinaa wajjin laafinatu jira
ﭞﭟﭠﭡﭢ
94:6 Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira
ﭣﭤﭥﭦ
94:7 Yeroo (dalagaa wahii) raawwattes jabaadhu
ﭧﭨﭩﭪ
94:8 Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers