Ash-Sharh · 1/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Sharh
أَلَمْ نَشْرَحْ لَكَ صَدْرَكَ ۝١
Alam nashrah laka sadrak
📖 Afaan Oromoon
Sila Nuti qoma kee siif hin balifnee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Ash-Sharh

1أَلَمْ نَشْرَحْ لَكَ صَدْرَكَ
Sila Nuti qoma kee siif hin balifnee
2وَوَضَعْنَا عَنكَ وِزْرَكَ
Ba’aa (badii) kee sirraa buufne
3الَّذِي أَنقَضَ ظَهْرَكَ
Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne)
Ash-SharhTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Ash-Sharh 1

Suuratu Ash-Sharh Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Nuti qoma kee siif hin balifnee

Suuratu Aayah 1/8 — Suuratu Ash-Sharh الشرح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Sharh Caqasi, Suuratu Ash-Sharh Hiikkaa, Suuratu Ash-Sharh mp3, Suuratu Ash-Sharh pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers