Suuratu At-Tin Arabiffaa fi Oromoo

Suuratu At-Tin hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (8 Aayah — مكية). At-Tin Caqasi, At-Tin Hiikkaa, At-Tin mp3, At-Tin pdf.

Suuratu At-Tin Dubbisi fi Caqasi

🎧 Aayah
M Mishary Rashid Alafasy
M Mahmoud Khalil Al-Husary
A Abdurrahman As-Sudais
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi
A Abdul Basit Abdul Samad
A Ali Al-Hudhaify
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy
A Abu Bakr Ash-Shaatree
M Muhammad Ayyoub
A Abdullah Basfar
A Abdullah Al-Juhani
M Maher Al Muaiqly
x1
وَالتِّينِ وَالزَّيْتُونِ ۝١
📖 Hiikkaa Aayah 1
Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha)
وَطُورِ سِينِينَ ۝٢
📖 Hiikkaa Aayah 2
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis
وَهَٰذَا الْبَلَدِ الْأَمِينِ ۝٣
📖 Hiikkaa Aayah 3
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)
لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ ۝٤
📖 Hiikkaa Aayah 4
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne
ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ ۝٥
📖 Hiikkaa Aayah 5
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ ۝٦
📖 Hiikkaa Aayah 6
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّينِ ۝٧
📖 Hiikkaa Aayah 7
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)
أَلَيْسَ اللَّهُ بِأَحْكَمِ الْحَاكِمِينَ ۝٨
📖 Hiikkaa Aayah 8
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee
← 94 At-Tin (95/114) 96 →
Dubbisi Suuratu At-Tin Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee

95التين At-Tin 📚 8 Aayah مكية

Aayah amma aayah – Suuratu At-Tin — 8 Aayah




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers