4 Aayah · Meccan · Oromo
bismillah
ﭑﭒﭓ
106:1 Qurayshota barsiisuuf
ﭔﭕﭖﭗﭘ
106:2 Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse)
ﭙﭚﭛﭜﭝ
106:3 Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu
ﭞﭟﭠﭡﭢﭣﭤﭥ
106:4 Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse

Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers