Al-Baqarah · 1/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Baqarah
الم ۝١
Alif-Laaam-Meeem
📖 Afaan Oromoon
Alif, Laam, Miim

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Baqarah

1الم
Alif, Laam, Miim
2ذَٰلِكَ الْكِتَابُ لَا رَيْبَ ۛ فِيهِ ۛ هُدًى لِّلْمُتَّقِينَ
Kun kitaaba [Rabbiin biraa ta’uu isaa ilaalchisee] mamiin isa keessa hin jirreedha;warra Rabbiin sodaataniif qajeelfama
3الَّذِينَ يُؤْمِنُونَ بِالْغَيْبِ وَيُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَمِمَّا رَزَقْنَاهُمْ يُنفِقُونَ
Isaan "Ghaybitti" (wantoota miiraan hin dhaqqabamnetti) amanan, kan salaata sirnaan salaataniifi waan Nuti isaaniif arjoomne irraa kennaniidha
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 1

Suuratu Al-Baqarah Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Alif, Laam, Miim

Suuratu Aayah 1/286 — Suuratu Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Baqarah Caqasi, Suuratu Al-Baqarah Hiikkaa, Suuratu Al-Baqarah mp3, Suuratu Al-Baqarah pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers