An-Naml · 18/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
حَتَّىٰ إِذَا أَتَوْا عَلَىٰ وَادِ النَّمْلِ قَالَتْ نَمْلَةٌ يَا أَيُّهَا النَّمْلُ ادْخُلُوا مَسَاكِنَكُمْ لَا يَحْطِمَنَّكُمْ سُلَيْمَانُ وَجُنُودُهُ وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ ۝١٨
hattaaa izaaa ataw `alaa waadin namli qaalat namlatuny yaaa aiyuhan namlud khuloo masaakinakum laa yahtimannakum Sulaimaanu wa junooduhoo wa hum laa yash`uroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroma holqa mixii (Dagandaa) irra dhufan, mixiin tokko “Yaa tuuta mixii! akka Suleeymaaniifi waraanni isaa odoo hin beekin isin hin caccabsineef manneen keessan seenaa” jette

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu An-Naml

16وَوَرِثَ سُلَيْمَانُ دَاوُودَ ۖ وَقَالَ يَا أَيُّهَا النَّاسُ عُلِّمْنَا مَنطِقَ الطَّيْرِ وَأُوتِينَا مِن كُلِّ شَيْءٍ ۖ إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَضْلُ الْمُبِينُ
Suleeymaan Daawuudiin ni dhaaleNi jedhes: “Yaa namootaa! Qooqa simbiraa barsiifamneerraWanti hundi nuuf kennamee jiraDhugumatti, kun tola ifa bahaadha.”
17وَحُشِرَ لِسُلَيْمَانَ جُنُودُهُ مِنَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ وَالطَّيْرِ فَهُمْ يُوزَعُونَ
Suleeymaaniif waraanni isaa jinnoota, namootaafi allaattii irraa walitti qabame; isaanis walitti ittifamoodha
18حَتَّىٰ إِذَا أَتَوْا عَلَىٰ وَادِ النَّمْلِ قَالَتْ نَمْلَةٌ يَا أَيُّهَا النَّمْلُ ادْخُلُوا مَسَاكِنَكُمْ لَا يَحْطِمَنَّكُمْ سُلَيْمَانُ وَجُنُودُهُ وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Yeroma holqa mixii (Dagandaa) irra dhufan, mixiin tokko “Yaa tuuta mixii! akka Suleeymaaniifi waraanni isaa odoo hin beekin isin hin caccabsineef manneen keessan seenaa” jette
19فَتَبَسَّمَ ضَاحِكًا مِّن قَوْلِهَا وَقَالَ رَبِّ أَوْزِعْنِي أَنْ أَشْكُرَ نِعْمَتَكَ الَّتِي أَنْعَمْتَ عَلَيَّ وَعَلَىٰ وَالِدَيَّ وَأَنْ أَعْمَلَ صَالِحًا تَرْضَاهُ وَأَدْخِلْنِي بِرَحْمَتِكَ فِي عِبَادِكَ الصَّالِحِينَ
Innis jecha ishee irraa kolfuun ni seeqateNi jedhes: “Yaa Gooftaa kiyya! Akkan ni’imaa kee ishee anaafi abbaa haadha kiyya qanansiifte galateeffadhuufi hojii gaarii ati jaalattu hojjadhu na barsiisiRahmata keetiinis gabroota kee gaggaarii keessa na seensisi.”
20وَتَفَقَّدَ الطَّيْرَ فَقَالَ مَا لِيَ لَا أَرَى الْهُدْهُدَ أَمْ كَانَ مِنَ الْغَائِبِينَ
Simbirroos to’atee ni jedhe: “maaliifan aduddee (Hud-hud) hin argine? Moo sila isumatu fagaattota irraa ta’e
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — An-Naml 18

Suuratu An-Naml Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma holqa mixii (Dagandaa) irra dhufan, mixiin tokko “Yaa tuuta…

Suuratu Aayah 18/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers