An-Naml · 20/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَتَفَقَّدَ الطَّيْرَ فَقَالَ مَا لِيَ لَا أَرَى الْهُدْهُدَ أَمْ كَانَ مِنَ الْغَائِبِينَ ۝٢٠
Wa tafaqqadat taira faqaala maa liya laaa aral hud hud, am kaana minal ghaaa`ibeen
📖 Afaan Oromoon
Simbirroos to’atee ni jedhe: “maaliifan aduddee (Hud-hud) hin argine? Moo sila isumatu fagaattota irraa ta’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu An-Naml

18حَتَّىٰ إِذَا أَتَوْا عَلَىٰ وَادِ النَّمْلِ قَالَتْ نَمْلَةٌ يَا أَيُّهَا النَّمْلُ ادْخُلُوا مَسَاكِنَكُمْ لَا يَحْطِمَنَّكُمْ سُلَيْمَانُ وَجُنُودُهُ وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Yeroma holqa mixii (Dagandaa) irra dhufan, mixiin tokko “Yaa tuuta mixii! akka Suleeymaaniifi waraanni isaa odoo hin beekin isin hin caccabsineef manneen keessan seenaa” jette
19فَتَبَسَّمَ ضَاحِكًا مِّن قَوْلِهَا وَقَالَ رَبِّ أَوْزِعْنِي أَنْ أَشْكُرَ نِعْمَتَكَ الَّتِي أَنْعَمْتَ عَلَيَّ وَعَلَىٰ وَالِدَيَّ وَأَنْ أَعْمَلَ صَالِحًا تَرْضَاهُ وَأَدْخِلْنِي بِرَحْمَتِكَ فِي عِبَادِكَ الصَّالِحِينَ
Innis jecha ishee irraa kolfuun ni seeqateNi jedhes: “Yaa Gooftaa kiyya! Akkan ni’imaa kee ishee anaafi abbaa haadha kiyya qanansiifte galateeffadhuufi hojii gaarii ati jaalattu hojjadhu na barsiisiRahmata keetiinis gabroota kee gaggaarii keessa na seensisi.”
20وَتَفَقَّدَ الطَّيْرَ فَقَالَ مَا لِيَ لَا أَرَى الْهُدْهُدَ أَمْ كَانَ مِنَ الْغَائِبِينَ
Simbirroos to’atee ni jedhe: “maaliifan aduddee (Hud-hud) hin argine? Moo sila isumatu fagaattota irraa ta’e
21لَأُعَذِّبَنَّهُ عَذَابًا شَدِيدًا أَوْ لَأَذْبَحَنَّهُ أَوْ لَيَأْتِيَنِّي بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Dhugumatti, adabbii cimaan isa adabaYookiin isan gorra’aYookiin immoo ragaa ifaa ta’een natti haa dhufu.”
22فَمَكَثَ غَيْرَ بَعِيدٍ فَقَالَ أَحَطتُ بِمَا لَمْ تُحِطْ بِهِ وَجِئْتُكَ مِن سَبَإٍ بِنَبَإٍ يَقِينٍ
[Yeroo hanga] fagoo hin taane turee ni jedhe: “waan ati hin barin bareen jiraSaba’i irraas oduu dhugaa ta’een sitti dhufeera
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — An-Naml 20

Suuratu An-Naml Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Simbirroos to’atee ni jedhe: “maaliifan aduddee (Hud-hud) hin argine? Moo…

Suuratu Aayah 20/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers