Aal-Imran · 34/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
ذُرِّيَّةً بَعْضُهَا مِن بَعْضٍ ۗ وَاللَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ ٣٤
Transliteration
Zurriyyatam ba`duhaa mim ba`d; wallaahu Samee`un `Aleem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Sanyii gariin ishee garii irraa taate san [filate]Rabbiin dhagayaa, beekaadha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 32-36 — Aal-Imran
32قُلْ أَطِيعُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ ۖ فَإِن تَوَلَّوْا فَإِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ الْكَافِرِينَ
”Rabbiifi ergamaan bulaa” jedhiYoo irraa garagalaniif [kafaraniiru]Dhugumatti Rabbiin kaafiroota hin jaalatu
33۞ إِنَّ اللَّهَ اصْطَفَىٰ آدَمَ وَنُوحًا وَآلَ إِبْرَاهِيمَ وَآلَ عِمْرَانَ عَلَى الْعَالَمِينَ
Dhugumatti Rabbiin Aadam, Nuuh, maatii Ibraahimiifi maatii Imraan aalama hunda irra filateera
34ذُرِّيَّةً بَعْضُهَا مِن بَعْضٍ ۗ وَاللَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ
Sanyii gariin ishee garii irraa taate san [filate]Rabbiin dhagayaa, beekaadha
35إِذْ قَالَتِ امْرَأَتُ عِمْرَانَ رَبِّ إِنِّي نَذَرْتُ لَكَ مَا فِي بَطْنِي مُحَرَّرًا فَتَقَبَّلْ مِنِّي ۖ إِنَّكَ أَنتَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Yeroo niitiin Imraan “Gooftaa kiyya! ani waan garaa kiyya keessa jiru bilisa godhee siif nazareeraa narraa qeebali” jette [yaadadhu]Dhugumatti Ati simatu dhagayaa, beekaadha.”
36فَلَمَّا وَضَعَتْهَا قَالَتْ رَبِّ إِنِّي وَضَعْتُهَا أُنثَىٰ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا وَضَعَتْ وَلَيْسَ الذَّكَرُ كَالْأُنثَىٰ ۖ وَإِنِّي سَمَّيْتُهَا مَرْيَمَ وَإِنِّي أُعِيذُهَا بِكَ وَذُرِّيَّتَهَا مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ
Yeroma ishee deesses “Gooftaa kiyya! ani dubran daye" jetteRabbiin irra beekaa waan isheen deesseeti“Dhiirri akka durbaa hin taaneAnis Maryamitti ishee moggaaseeraAni sheyxaana abaaramaa irraa isheefi sanyii ishees siinan tiksa” [jette]
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
34Aayah
Hiikkaa — Aal-Imran 34
Suuratu Aal-Imran Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sanyii gariin ishee garii irraa taate san [filate]Rabbiin dhagayaa, beekaadhaSuuratu Aayah 34/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








