Al-Qamar · 22/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ ۝٢٢
Wa laqad yassamal Quraana liz zikri fahal mim muddakir
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifnee jirraNamni gorfamu jiraa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Qamar

20تَنزِعُ النَّاسَ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ مُّنقَعِرٍ
Nama ni butti(Yeroo san) jirma teemiraa kan dachii irraa buqqa’e fakkaatu
21فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi akeekkachiisni kiyyas akkam ture laata
22وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifnee jirraNamni gorfamu jiraa
23كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِالنُّذُرِ
(Ummanni) Samuudis akeekkachiisa (kiyya) sobsiisaniiru
24فَقَالُوا أَبَشَرًا مِّنَّا وَاحِدًا نَّتَّبِعُهُ إِنَّا إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Ni jedhan: “nama nurraa ta’e tokko hordofnaa? Nuti oggas jallinaafi maraatuu keessa jirra
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 22

Suuratu Al-Qamar Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifnee jirraNamni gorfamu jiraa

Suuratu Aayah 22/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers