Al-Qamar · 23/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِالنُّذُرِ ۝٢٣
Kazzabat Samoodu binnuzur
📖 Afaan Oromoon
(Ummanni) Samuudis akeekkachiisa (kiyya) sobsiisaniiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Al-Qamar

21فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi akeekkachiisni kiyyas akkam ture laata
22وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifnee jirraNamni gorfamu jiraa
23كَذَّبَتْ ثَمُودُ بِالنُّذُرِ
(Ummanni) Samuudis akeekkachiisa (kiyya) sobsiisaniiru
24فَقَالُوا أَبَشَرًا مِّنَّا وَاحِدًا نَّتَّبِعُهُ إِنَّا إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Ni jedhan: “nama nurraa ta’e tokko hordofnaa? Nuti oggas jallinaafi maraatuu keessa jirra
25أَأُلْقِيَ الذِّكْرُ عَلَيْهِ مِن بَيْنِنَا بَلْ هُوَ كَذَّابٌ أَشِرٌ
Sila yaadachiifni kun nu hunda gidduu isa (Nabi Saalih) qofa irratti buufamee? Lakkisaa! Inni akkaan sobaa, boonaadha
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 23

Suuratu Al-Qamar Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ummanni) Samuudis akeekkachiisa (kiyya) sobsiisaniiru

Suuratu Aayah 23/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers