Al-Jumu'ah · 2/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jumu'ah
هُوَ الَّذِي بَعَثَ فِي الْأُمِّيِّينَ رَسُولًا مِّنْهُمْ يَتْلُو عَلَيْهِمْ آيَاتِهِ وَيُزَكِّيهِمْ وَيُعَلِّمُهُمُ الْكِتَابَ وَالْحِكْمَةَ وَإِن كَانُوا مِن قَبْلُ لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ ۝٢
Huwal lazee ba`asa fil ummiyyeena Rasoolam min hum yatloo `alaihim aayaatihee wa yuzakkeehim wa yu`allimuhumul Kitaaba wal Hikmata wa in kaano min qablu lafee dalaalim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Inni Isa ummata wallaalaa keessatti ergamaa isaan irraa tae, kan keeyyattoota Isaa isaan irratti qarau, (shirkii irraayis) isaan qulqulleessuufi kitaabaafi ogummaa isaan barsiisu ergeedhaIsaanis (ergamuu isaatiin) dura jallinna ifa tae keessa turan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-Jumu'ah

1يُسَبِّحُ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ الْمَلِكِ الْقُدُّوسِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ
Wanti samii keessaafi wanti dachii keessaa Rabbii mootii, qulqulluu, injifataa, ogeessa tae qulqulleessa
2هُوَ الَّذِي بَعَثَ فِي الْأُمِّيِّينَ رَسُولًا مِّنْهُمْ يَتْلُو عَلَيْهِمْ آيَاتِهِ وَيُزَكِّيهِمْ وَيُعَلِّمُهُمُ الْكِتَابَ وَالْحِكْمَةَ وَإِن كَانُوا مِن قَبْلُ لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Inni Isa ummata wallaalaa keessatti ergamaa isaan irraa tae, kan keeyyattoota Isaa isaan irratti qarau, (shirkii irraayis) isaan qulqulleessuufi kitaabaafi ogummaa isaan barsiisu ergeedhaIsaanis (ergamuu isaatiin) dura jallinna ifa tae keessa turan
3وَآخَرِينَ مِنْهُمْ لَمَّا يَلْحَقُوا بِهِمْ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
(Ummata) biroos kan isaan irraa taanii isaanitti hin dhaqqabiniifis (isa erge)Inni injifataa ogeessa
4ذَٰلِكَ فَضْلُ اللَّهِ يُؤْتِيهِ مَن يَشَاءُ ۚ وَاللَّهُ ذُو الْفَضْلِ الْعَظِيمِ
Kun tola RabbiitiIsa abbaa fedheef kennaRabbiinis abbaa tola guddaati
Al-Jumu'ahTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Jumu'ah 2

Suuratu Al-Jumu'ah Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Isa ummata wallaalaa keessatti ergamaa isaan irraa tae, kan…

Suuratu Aayah 2/11 — Suuratu Al-Jumu'ah الجمعة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jumu'ah Caqasi, Suuratu Al-Jumu'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Jumu'ah mp3, Suuratu Al-Jumu'ah pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers