Al-Jumu'ah · 3/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jumu'ah
وَآخَرِينَ مِنْهُمْ لَمَّا يَلْحَقُوا بِهِمْ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝٣
Wa aakhareena minhum lammaa yalhaqoo bihim wa huwal `azeezul hakeem
📖 Afaan Oromoon
(Ummata) biroos kan isaan irraa taanii isaanitti hin dhaqqabiniifis (isa erge)Inni injifataa ogeessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Jumu'ah

1يُسَبِّحُ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ الْمَلِكِ الْقُدُّوسِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ
Wanti samii keessaafi wanti dachii keessaa Rabbii mootii, qulqulluu, injifataa, ogeessa tae qulqulleessa
2هُوَ الَّذِي بَعَثَ فِي الْأُمِّيِّينَ رَسُولًا مِّنْهُمْ يَتْلُو عَلَيْهِمْ آيَاتِهِ وَيُزَكِّيهِمْ وَيُعَلِّمُهُمُ الْكِتَابَ وَالْحِكْمَةَ وَإِن كَانُوا مِن قَبْلُ لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Inni Isa ummata wallaalaa keessatti ergamaa isaan irraa tae, kan keeyyattoota Isaa isaan irratti qarau, (shirkii irraayis) isaan qulqulleessuufi kitaabaafi ogummaa isaan barsiisu ergeedhaIsaanis (ergamuu isaatiin) dura jallinna ifa tae keessa turan
3وَآخَرِينَ مِنْهُمْ لَمَّا يَلْحَقُوا بِهِمْ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
(Ummata) biroos kan isaan irraa taanii isaanitti hin dhaqqabiniifis (isa erge)Inni injifataa ogeessa
4ذَٰلِكَ فَضْلُ اللَّهِ يُؤْتِيهِ مَن يَشَاءُ ۚ وَاللَّهُ ذُو الْفَضْلِ الْعَظِيمِ
Kun tola RabbiitiIsa abbaa fedheef kennaRabbiinis abbaa tola guddaati
5مَثَلُ الَّذِينَ حُمِّلُوا التَّوْرَاةَ ثُمَّ لَمْ يَحْمِلُوهَا كَمَثَلِ الْحِمَارِ يَحْمِلُ أَسْفَارًا ۚ بِئْسَ مَثَلُ الْقَوْمِ الَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِ اللَّهِ ۚ وَاللَّهُ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الظَّالِمِينَ
Fakkeenyi warra Tawraatiin baachifamanii ergasii isa hin baadhatinii (ittiin hin hojjatinii) akka fakkeenya harree kitaabota gurguddaa baadhattuutiFakkeenyi ummata keeyyattoota Rabbii sobsiisanii akkaan fokkataa dha! Rabbiin ummata miidhaa raawwattoota hin qajeelchu
Al-Jumu'ahTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Jumu'ah 3

Suuratu Al-Jumu'ah Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ummata) biroos kan isaan irraa taanii isaanitti hin dhaqqabiniifis (isa…

Suuratu Aayah 3/11 — Suuratu Al-Jumu'ah الجمعة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jumu'ah Caqasi, Suuratu Al-Jumu'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Jumu'ah mp3, Suuratu Al-Jumu'ah pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers