Al-Mursalat · 4/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
فَالْفَارِقَاتِ فَرْقًا ۝٤
Falfaariqaati farqaa
📖 Afaan Oromoon
(Keeyyatoota haqaafi dhara) adda baasuu adda baasanittis
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Al-Mursalat

2فَالْعَاصِفَاتِ عَصْفًا
(Bubbeewwan) humnaan bubbisuu bubbisaniinis
3وَالنَّاشِرَاتِ نَشْرًا
(Bubbeewwan rooba) faffacaasuu facaasaniinis
4فَالْفَارِقَاتِ فَرْقًا
(Keeyyatoota haqaafi dhara) adda baasuu adda baasanittis
5فَالْمُلْقِيَاتِ ذِكْرًا
(Malaykota) ergaa buuftotattis
6عُذْرًا أَوْ نُذْرًا
Sababaa dhabamsiisuuf yookiin akeekkachiisuuf jecha (kan buusanittin kakadha)
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 4

Suuratu Al-Mursalat Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Keeyyatoota haqaafi dhara) adda baasuu adda baasanittis

Suuratu Aayah 4/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers