At-Tawbah · 41/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
انفِرُوا خِفَافًا وَثِقَالًا وَجَاهِدُوا بِأَمْوَالِكُمْ وَأَنفُسِكُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكُمْ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ ۝٤١
Infiroo khifaafanw wa siqaalanw wa jaahidoo bi amwaalikum wa anfusikum fee sabeelil laah; zaalikum khairul lakum in kuntum ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Salphoo taatanii yookiin ulfaatoo[] taataniis duulaaf bahaa; Qabeenyaafi lubbuu keessaniinis karaa Rabbii keessatti lolaaYoo kan beektan taatan kanatu isiniif caalaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 39-43 — At-Tawbah

39إِلَّا تَنفِرُوا يُعَذِّبْكُمْ عَذَابًا أَلِيمًا وَيَسْتَبْدِلْ قَوْمًا غَيْرَكُمْ وَلَا تَضُرُّوهُ شَيْئًا ۗ وَاللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Yoo isin (jihaadaaf) hin bahin, (Rabbiin) adabbii laalessaa isin adaba; Ummata isiniin alaas bakka keessan buusa; isin homaa Isa hin miitanRabbiin waan hunda irratti danda’aadha
40إِلَّا تَنصُرُوهُ فَقَدْ نَصَرَهُ اللَّهُ إِذْ أَخْرَجَهُ الَّذِينَ كَفَرُوا ثَانِيَ اثْنَيْنِ إِذْ هُمَا فِي الْغَارِ إِذْ يَقُولُ لِصَاحِبِهِ لَا تَحْزَنْ إِنَّ اللَّهَ مَعَنَا ۖ فَأَنزَلَ اللَّهُ سَكِينَتَهُ عَلَيْهِ وَأَيَّدَهُ بِجُنُودٍ لَّمْ تَرَوْهَا وَجَعَلَ كَلِمَةَ الَّذِينَ كَفَرُوا السُّفْلَىٰ ۗ وَكَلِمَةُ اللَّهِ هِيَ الْعُلْيَا ۗ وَاللَّهُ عَزِيزٌ حَكِيمٌ
Yoo isin isaaf tumsuu baattaniis, dhugumatti yeroo warri kafaran lammaffaa nama lamaa ta’ee isa (Makkaa) baasan, yeroo isaan lamaanuu goda keessa ta’an, yeroo inni saahiba isaatiin “dhugumatti Rabbiin nu waliin jiraa; hin gaddin” jedhu san Rabbiin isaaf tumseeraRabbiin tasgabbii Isa irraa ta’e isa irratti buuse; waraana isin ishee hin arginiinis isa jabeesseJecha warra kafaranii gad aantuu taasiseJechi Rabbii isheedhumatu ol aantuudhaRabbiin injifataa, ogeessa
41انفِرُوا خِفَافًا وَثِقَالًا وَجَاهِدُوا بِأَمْوَالِكُمْ وَأَنفُسِكُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكُمْ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Salphoo taatanii yookiin ulfaatoo[] taataniis duulaaf bahaa; Qabeenyaafi lubbuu keessaniinis karaa Rabbii keessatti lolaaYoo kan beektan taatan kanatu isiniif caalaadha
42لَوْ كَانَ عَرَضًا قَرِيبًا وَسَفَرًا قَاصِدًا لَّاتَّبَعُوكَ وَلَٰكِن بَعُدَتْ عَلَيْهِمُ الشُّقَّةُ ۚ وَسَيَحْلِفُونَ بِاللَّهِ لَوِ اسْتَطَعْنَا لَخَرَجْنَا مَعَكُمْ يُهْلِكُونَ أَنفُسَهُمْ وَاللَّهُ يَعْلَمُ إِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
(Wanti ati itti isaan waamtu) odoo bu’aa dhihoofi imala giddu galeessa ta’ee silaa si hordofu turanGaruu imalatu isaanitti fagaate“Odoo dandeenyee silaa isin wajjiin baana turre” (jedhanii) Rabbiin kakatuLubbuu isaanii balleessuRabbiin kijibdoota ta’uu isaanii ni beeka
43عَفَا اللَّهُ عَنكَ لِمَ أَذِنتَ لَهُمْ حَتَّىٰ يَتَبَيَّنَ لَكَ الَّذِينَ صَدَقُوا وَتَعْلَمَ الْكَاذِبِينَ
(Yaa Muhammad!) Rabbiin dhiifama siif godhee, hanga isaan dhugaa dubbatan ifa siif ta’anii warra soban beektutti (lola irraa hafuu) maalif isaaniif hayyamte
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 41

Suuratu At-Tawbah Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Salphoo taatanii yookiin ulfaatoo[] taataniis duulaaf bahaa; Qabeenyaafi lubbuu keessaniinis…

Suuratu Aayah 41/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers