Al-'Adiyat · 9/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-'Adiyat
۞ أَفَلَا يَعْلَمُ إِذَا بُعْثِرَ مَا فِي الْقُبُورِ ۝٩
Afala ya`lamu iza b`uthira ma filquboor
📖 Afaan Oromoon
Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — Al-'Adiyat

7وَإِنَّهُ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٌ
Inni kana irratti ragaadha
8وَإِنَّهُ لِحُبِّ الْخَيْرِ لَشَدِيدٌ
Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha
9۞ أَفَلَا يَعْلَمُ إِذَا بُعْثِرَ مَا فِي الْقُبُورِ
Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu
10وَحُصِّلَ مَا فِي الصُّدُورِ
Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu)
11إِنَّ رَبَّهُم بِهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّخَبِيرٌ
Dhugumatti, Gooftan isaanii guyyaa san isaan beekaadha
Al-'AdiyatTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-'Adiyat 9

Suuratu Al-'Adiyat Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana…

Suuratu Aayah 9/11 — Al-'Adiyat العاديات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-'Adiyat Caqasi, Al-'Adiyat Hiikkaa, Al-'Adiyat mp3, Al-'Adiyat pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers