Al-'Adiyat · 8/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Adiyat
وَإِنَّهُ لِحُبِّ الْخَيْرِ لَشَدِيدٌ ۝٨
Wa innahu lihubbil khairi la shadeed
📖 Afaan Oromoon
Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-'Adiyat

6إِنَّ الْإِنسَانَ لِرَبِّهِ لَكَنُودٌ
Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha
7وَإِنَّهُ عَلَىٰ ذَٰلِكَ لَشَهِيدٌ
Inni kana irratti ragaadha
8وَإِنَّهُ لِحُبِّ الْخَيْرِ لَشَدِيدٌ
Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha
9۞ أَفَلَا يَعْلَمُ إِذَا بُعْثِرَ مَا فِي الْقُبُورِ
Sila inni yeroo wanti qabroota keessa jiran hundi baafaman sana hin beekuu
10وَحُصِّلَ مَا فِي الصُّدُورِ
Yeroo wanti qoma keessa jiran (hundi) ifa baafaman (hin beekuu)
Al-'AdiyatTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-'Adiyat 8

Suuratu Al-'Adiyat Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni (namni) qabeenya jaalachuutti cimaadha

Suuratu Aayah 8/11 — Suuratu Al-'Adiyat العاديات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Adiyat Caqasi, Suuratu Al-'Adiyat Hiikkaa, Suuratu Al-'Adiyat mp3, Suuratu Al-'Adiyat pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers