Yunus · 1/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yunus
الر ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ الْحَكِيمِ ۝١
Alif-Laaam-Raa; tilka Aayaatul Kitaabil Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Alif Laam RaaSunniin keeyyattoota kitaabicha ogummaan guutameeti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Yunus

1الر ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ الْحَكِيمِ
Alif Laam RaaSunniin keeyyattoota kitaabicha ogummaan guutameeti
2أَكَانَ لِلنَّاسِ عَجَبًا أَنْ أَوْحَيْنَا إِلَىٰ رَجُلٍ مِّنْهُمْ أَنْ أَنذِرِ النَّاسَ وَبَشِّرِ الَّذِينَ آمَنُوا أَنَّ لَهُمْ قَدَمَ صِدْقٍ عِندَ رَبِّهِمْ ۗ قَالَ الْكَافِرُونَ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ مُّبِينٌ
Sila gara nama isaan irraa ta’ee “nama akeekkachiisi; warra amanes toltuun dabre Rabbii isaanii bira isaaniif jiraachuudhaan gammachiisi” jechuun wahyii godhuun keenya namootatti dinqii ta’eeraa? Kaafirtoonni: “Dhugumatti, inni kun falfalaa ifa bahaadha” jedhan
3إِنَّ رَبَّكُمُ اللَّهُ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ فِي سِتَّةِ أَيَّامٍ ثُمَّ اسْتَوَىٰ عَلَى الْعَرْشِ ۖ يُدَبِّرُ الْأَمْرَ ۖ مَا مِن شَفِيعٍ إِلَّا مِن بَعْدِ إِذْنِهِ ۚ ذَٰلِكُمُ اللَّهُ رَبُّكُمْ فَاعْبُدُوهُ ۚ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Dhugumatti, Gooftaan keessan Allaah Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumee, ergasii Arshii irratti (ol ta’iinsa isaaf malu) ol ta’eedhaWaan hundaa garagaggalchaAraarsaan homaatuu hayyama Isaatiin booda malee hin jiruKun Rabbii Gooftaa keessan ta’eedhaKanaafuu Isa qofa gabbaraaSila isin hin gorfamtanuu
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Yunus 1

Suuratu Yunus Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Alif Laam RaaSunniin keeyyattoota kitaabicha ogummaan guutameeti

Suuratu Aayah 1/109 — Suuratu Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yunus Caqasi, Suuratu Yunus Hiikkaa, Suuratu Yunus mp3, Suuratu Yunus pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 21, 2026

Don't forget us in your sincere prayers