Taha · 3/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Taha
إِلَّا تَذْكِرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ ۝٣
Illaa tazkiratal limany yakshaa
📖 Afaan Oromoon
Nama Rabbiin sodaatu yaadachiisuuf malee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Taha

1طه
Xaa haa
2مَا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ لِتَشْقَىٰ
(Yaa Muhammad!) Nuti Qur’aana akka ati rakkattuuf sirratti hin buufne
3إِلَّا تَذْكِرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Nama Rabbiin sodaatu yaadachiisuuf malee
4تَنزِيلًا مِّمَّنْ خَلَقَ الْأَرْضَ وَالسَّمَاوَاتِ الْعُلَى
Isa dachiifi samii ol fuudhamoo uume irraa buufamaadha
5الرَّحْمَٰنُ عَلَى الْعَرْشِ اسْتَوَىٰ
Rahmaan Arshii irratti (ol ta’iinsa Isaaf malu) ol ta’eera
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Taha 3

Suuratu Taha Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama Rabbiin sodaatu yaadachiisuuf malee

Suuratu Aayah 3/135 — Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Taha Caqasi, Taha Hiikkaa, Taha mp3, Taha pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers