Taha · 4/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
تَنزِيلًا مِّمَّنْ خَلَقَ الْأَرْضَ وَالسَّمَاوَاتِ الْعُلَى ۝٤
Tanzeelam mimman khalaqal arda was samaawaatil `ulaa
📖 Afaan Oromoon
Isa dachiifi samii ol fuudhamoo uume irraa buufamaadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Taha

2مَا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ لِتَشْقَىٰ
(Yaa Muhammad!) Nuti Qur’aana akka ati rakkattuuf sirratti hin buufne
3إِلَّا تَذْكِرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Nama Rabbiin sodaatu yaadachiisuuf malee
4تَنزِيلًا مِّمَّنْ خَلَقَ الْأَرْضَ وَالسَّمَاوَاتِ الْعُلَى
Isa dachiifi samii ol fuudhamoo uume irraa buufamaadha
5الرَّحْمَٰنُ عَلَى الْعَرْشِ اسْتَوَىٰ
Rahmaan Arshii irratti (ol ta’iinsa Isaaf malu) ol ta’eera
6لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا وَمَا تَحْتَ الثَّرَىٰ
Wanti samii, dachiifi gidduu isaan lamaanii jiruufi wanti biyyee jala jiru hundi kan Isaati
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Taha 4

Suuratu Taha Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa dachiifi samii ol fuudhamoo uume irraa buufamaadha

Suuratu Aayah 4/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers