An-Nisa · 97/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
إِنَّ الَّذِينَ تَوَفَّاهُمُ الْمَلَائِكَةُ ظَالِمِي أَنفُسِهِمْ قَالُوا فِيمَ كُنتُمْ ۖ قَالُوا كُنَّا مُسْتَضْعَفِينَ فِي الْأَرْضِ ۚ قَالُوا أَلَمْ تَكُنْ أَرْضُ اللَّهِ وَاسِعَةً فَتُهَاجِرُوا فِيهَا ۚ فَأُولَٰئِكَ مَأْوَاهُمْ جَهَنَّمُ ۖ وَسَاءَتْ مَصِيرًا ٩٧
Transliteration
Innal lazeena tawaffaa humul malaaa`ikatu zaalimeee anfusihim qaaloo feema kuntum qaaloo kunnaa mustad`afeena fil-ard; qaalooo alam takun ardul laahi waasi`atan fatuhaajiroo feehaa; fa ulaaa`ika maawaahum Jahannamu wa saaa`at maseeraa
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Warri haala lubbuu isaanii miidhoo taaniin malaykaan isaan ajjeefte (malaykonni) “maaluma keessa turtan?” jedhan“Dachii keessatti hacuucamoo turre” jedhu“Sila dachiin Rabbii akka ishee keessa godaantaniif bal’aa hin taanee?” jedhanJarri sun qubsumni isaanii jahannamiDeebiin waa hammaatte
🎧 Caqasi
📜 Aayah 95-99 — An-Nisa
95لَّا يَسْتَوِي الْقَاعِدُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ غَيْرُ أُولِي الضَّرَرِ وَالْمُجَاهِدُونَ فِي سَبِيلِ اللَّهِ بِأَمْوَالِهِمْ وَأَنفُسِهِمْ ۚ فَضَّلَ اللَّهُ الْمُجَاهِدِينَ بِأَمْوَالِهِمْ وَأَنفُسِهِمْ عَلَى الْقَاعِدِينَ دَرَجَةً ۚ وَكُلًّا وَعَدَ اللَّهُ الْحُسْنَىٰ ۚ وَفَضَّلَ اللَّهُ الْمُجَاهِدِينَ عَلَى الْقَاعِدِينَ أَجْرًا عَظِيمًا
Mu’uminoota irraa warri (jihaada irraa) taa’an, warra miidhama qaban malee, warra qabeenyaafi lubbuu isaaniitiin karaa Rabbii keessatti qabsaa’aniin wal qixa hin ta’anuRabbiin warra qabeenyaafi lubbuu isaaniitiin qabsaa’an isaan taa’an irra sadarkaa caalchisee jiraRabbiin hundaafuu jannata waadaa seeneefii jiraRabbiin warra qabsaa’an isaan taa’an irra mindaa guddaan caalchisee jira
96دَرَجَاتٍ مِّنْهُ وَمَغْفِرَةً وَرَحْمَةً ۚ وَكَانَ اللَّهُ غَفُورًا رَّحِيمًا
Sadarkaawwan Isa irraa ta’an, araaramaafi rahmataan (isaan caalchise)Raabbiin araaramaa, rahmata godhaa taeera
97إِنَّ الَّذِينَ تَوَفَّاهُمُ الْمَلَائِكَةُ ظَالِمِي أَنفُسِهِمْ قَالُوا فِيمَ كُنتُمْ ۖ قَالُوا كُنَّا مُسْتَضْعَفِينَ فِي الْأَرْضِ ۚ قَالُوا أَلَمْ تَكُنْ أَرْضُ اللَّهِ وَاسِعَةً فَتُهَاجِرُوا فِيهَا ۚ فَأُولَٰئِكَ مَأْوَاهُمْ جَهَنَّمُ ۖ وَسَاءَتْ مَصِيرًا
Warri haala lubbuu isaanii miidhoo taaniin malaykaan isaan ajjeefte (malaykonni) “maaluma keessa turtan?” jedhan“Dachii keessatti hacuucamoo turre” jedhu“Sila dachiin Rabbii akka ishee keessa godaantaniif bal’aa hin taanee?” jedhanJarri sun qubsumni isaanii jahannamiDeebiin waa hammaatte
98إِلَّا الْمُسْتَضْعَفِينَ مِنَ الرِّجَالِ وَالنِّسَاءِ وَالْوِلْدَانِ لَا يَسْتَطِيعُونَ حِيلَةً وَلَا يَهْتَدُونَ سَبِيلًا
Isaan dadhaboo dhiiraa, dubartootaafi ijoollee irraa ta’an kan karoora baafachuu hin dandeenyeefi karaa hin qajeelle malee
99فَأُولَٰئِكَ عَسَى اللَّهُ أَن يَعْفُوَ عَنْهُمْ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَفُوًّا غَفُورًا
Warra kana Rabbiin irra isaaniif dabruun dhugaadhaRabbiin akkaan irra dabraa, akkaan araaramaa taeera
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
97Aayah
Hiikkaa — An-Nisa 97
Suuratu An-Nisa Aayah 97 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri haala lubbuu isaanii miidhoo taaniin malaykaan isaan ajjeefte (malaykonni)…Suuratu Aayah 97/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 95–99. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








