Ar-Rahman · 46/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
وَلِمَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ جَنَّتَانِ ۝٤٦
Wa liman khaafa maqaama rabbihee jannataan
📖 Afaan Oromoon
Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Ar-Rahman

44يَطُوفُونَ بَيْنَهَا وَبَيْنَ حَمِيمٍ آنٍ
Gidduu isheetiifi gidduu bishaan akkaan danfaa ta’ee naanna’u
45فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
46وَلِمَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ جَنَّتَانِ
Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira
47فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
48ذَوَاتَا أَفْنَانٍ
Kan dameewwan dhedheeroo qaban
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 46

Suuratu Ar-Rahman Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama fuulduree Gooftaa isaa dhaabbachuu sodaateef jannata lamatu jira

Suuratu Aayah 46/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers