Al-Waqi'ah · 28/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فِي سِدْرٍ مَّخْضُودٍ ۝٢٨
Fee sidrim makhdood
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu Al-Waqi'ah

26إِلَّا قِيلًا سَلَامًا سَلَامًا
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)
27وَأَصْحَابُ الْيَمِينِ مَا أَصْحَابُ الْيَمِينِ
Warri mirgaa; warra mirgaa waa’een isaanii akkam tola
28فِي سِدْرٍ مَّخْضُودٍ
(Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu
29وَطَلْحٍ مَّنضُودٍ
Muuza firiidhaan guutame (keessa jiraatu)
30وَظِلٍّ مَّمْدُودٍ
Gaaddisa diriirfamaa (keessa)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 28

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu

Suuratu Aayah 28/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers