Al-Waqi'ah · 93/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فَنُزُلٌ مِّنْ حَمِيمٍ ۝٩٣
Fanuzulum min hameem
📖 Afaan Oromoon
Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 91-95 — Suuratu Al-Waqi'ah

91فَسَلَامٌ لَّكَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ
Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama)
92وَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُكَذِّبِينَ الضَّالِّينَ
Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo
93فَنُزُلٌ مِّنْ حَمِيمٍ
Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira
94وَتَصْلِيَةُ جَحِيمٍ
Jahiim seenuutu isaaf jira
95إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ حَقُّ الْيَقِينِ
Dhugumatti, inni (wanti suuraan ibsite) kun haqa mirkanaa’aadha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
93Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 93

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 93 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaaf afeerraa bishaan danfaa irraa ta’etu jira

Suuratu Aayah 93/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 91–95. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers