Yusuf · 1/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yusuf
الر ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ الْمُبِينِ ۝١
Alif-Laaam-Raa; tilka Aayaatul Kitaabil Mubeen
📖 Afaan Oromoon
Alif Laam RaaKun keeyyattoota kitaaba ibsaa ta’eeti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Yusuf

1الر ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ الْمُبِينِ
Alif Laam RaaKun keeyyattoota kitaaba ibsaa ta’eeti
2إِنَّا أَنزَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Nuti akka isin xiinxaltaniif jecha haala Qur’aana Arabiffaa ta’een isa buufne
3نَحْنُ نَقُصُّ عَلَيْكَ أَحْسَنَ الْقَصَصِ بِمَا أَوْحَيْنَا إِلَيْكَ هَٰذَا الْقُرْآنَ وَإِن كُنتَ مِن قَبْلِهِ لَمِنَ الْغَافِلِينَ
Nuti Qur’aana kana gara keetti beeksisuudhaan seenaa gaggaarii sirratti odeessinaAtis isa dura dagattoota irraa turte
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Yusuf 1

Suuratu Yusuf Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Alif Laam RaaKun keeyyattoota kitaaba ibsaa ta’eeti

Suuratu Aayah 1/111 — Suuratu Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yusuf Caqasi, Suuratu Yusuf Hiikkaa, Suuratu Yusuf mp3, Suuratu Yusuf pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers