Taha · 24/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
اذْهَبْ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ إِنَّهُ طَغَىٰ ۝٢٤
Izhab ilaa Fir`awna innahoo taghaa
📖 Afaan Oromoon
Gara Fir’awnaa deemiDhugumatti, inni daangaa dabree jira.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Taha

22وَاضْمُمْ يَدَكَ إِلَىٰ جَنَاحِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ آيَةً أُخْرَىٰ
Harka kee gara cinaacha keetiitti maxxansiMallattoo biraa ta’uun dhibee (tokko) malee adii taatee baati.”
23لِنُرِيَكَ مِنْ آيَاتِنَا الْكُبْرَى
Mallattoolee keenya isaan gugurdoo irraa akka si agarsiifnuuf
24اذْهَبْ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ إِنَّهُ طَغَىٰ
Gara Fir’awnaa deemiDhugumatti, inni daangaa dabree jira.”
25قَالَ رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي
(Muusaan) ni jedhe: “Yaa Gooftaa kiyya! Qoma kiyya naaf bal’isi
26وَيَسِّرْ لِي أَمْرِي
(Hojii) kiyyaas naaf laaffisi
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Taha 24

Suuratu Taha Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara Fir’awnaa deemiDhugumatti, inni daangaa dabree jira.”

Suuratu Aayah 24/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers