Taha · 23/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
لِنُرِيَكَ مِنْ آيَاتِنَا الْكُبْرَى ۝٢٣
Linuriyaka min Aayaatinal Kubra
📖 Afaan Oromoon
Mallattoolee keenya isaan gugurdoo irraa akka si agarsiifnuuf

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Taha

21قَالَ خُذْهَا وَلَا تَخَفْ ۖ سَنُعِيدُهَا سِيرَتَهَا الْأُولَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “Ishee qabi; hin sodaatinis; haala ishee kan jalqabaatti ishee deebifnaa
22وَاضْمُمْ يَدَكَ إِلَىٰ جَنَاحِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ آيَةً أُخْرَىٰ
Harka kee gara cinaacha keetiitti maxxansiMallattoo biraa ta’uun dhibee (tokko) malee adii taatee baati.”
23لِنُرِيَكَ مِنْ آيَاتِنَا الْكُبْرَى
Mallattoolee keenya isaan gugurdoo irraa akka si agarsiifnuuf
24اذْهَبْ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ إِنَّهُ طَغَىٰ
Gara Fir’awnaa deemiDhugumatti, inni daangaa dabree jira.”
25قَالَ رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي
(Muusaan) ni jedhe: “Yaa Gooftaa kiyya! Qoma kiyya naaf bal’isi
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Taha 23

Suuratu Taha Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mallattoolee keenya isaan gugurdoo irraa akka si agarsiifnuuf

Suuratu Aayah 23/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers