An-Naml · 1/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
طس ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْقُرْآنِ وَكِتَابٍ مُّبِينٍ ۝١
Taa-Seeen; tilka Aayaatul Qur-aani wa Kitaabim Mubeen
📖 Afaan Oromoon
Xaa SiinKun keeyyattoota Qur’aanaafi kitaaba ibsaa ta’eeti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-3 — Suuratu An-Naml

1طس ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْقُرْآنِ وَكِتَابٍ مُّبِينٍ
Xaa SiinKun keeyyattoota Qur’aanaafi kitaaba ibsaa ta’eeti
2هُدًى وَبُشْرَىٰ لِلْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminootaaf qajeelfamaafi gammachiisaadha
3الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَيُؤْتُونَ الزَّكَاةَ وَهُم بِالْآخِرَةِ هُمْ يُوقِنُونَ
(Isaan) warra Salaata dhaaban, zakaa kennaniifi isaan Aakhiraatti amananiidha
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — An-Naml 1

Suuratu An-Naml Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Xaa SiinKun keeyyattoota Qur’aanaafi kitaaba ibsaa ta’eeti

Suuratu Aayah 1/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers