An-Naml · 2/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
هُدًى وَبُشْرَىٰ لِلْمُؤْمِنِينَ ۝٢
Hudanw wa bushraa lil mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Mu’uminootaaf qajeelfamaafi gammachiisaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu An-Naml

1طس ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْقُرْآنِ وَكِتَابٍ مُّبِينٍ
Xaa SiinKun keeyyattoota Qur’aanaafi kitaaba ibsaa ta’eeti
2هُدًى وَبُشْرَىٰ لِلْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminootaaf qajeelfamaafi gammachiisaadha
3الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَيُؤْتُونَ الزَّكَاةَ وَهُم بِالْآخِرَةِ هُمْ يُوقِنُونَ
(Isaan) warra Salaata dhaaban, zakaa kennaniifi isaan Aakhiraatti amananiidha
4إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ زَيَّنَّا لَهُمْ أَعْمَالَهُمْ فَهُمْ يَعْمَهُونَ
Dhugumatti, isaan Aakhiraatti hin amanin, [gadhee] dalagaa isaanii isaaniif miidhagsineIsaanis ni dhama’u
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — An-Naml 2

Suuratu An-Naml Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mu’uminootaaf qajeelfamaafi gammachiisaadha

Suuratu Aayah 2/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers