An-Nisa · 71/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا خُذُوا حِذْرَكُمْ فَانفِرُوا ثُبَاتٍ أَوِ انفِرُوا جَمِيعًا ۝٧١
Yaaa aiyuhal lazeena aamanoo khuzoo hizrakum fanfiroo subaain awin firoo jamee`aa
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Of eeggannoo keessan qabadhaaGareenis duulaa yookiin dimshaashanis duulaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 69-73 — An-Nisa

69وَمَن يُطِعِ اللَّهَ وَالرَّسُولَ فَأُولَٰئِكَ مَعَ الَّذِينَ أَنْعَمَ اللَّهُ عَلَيْهِم مِّنَ النَّبِيِّينَ وَالصِّدِّيقِينَ وَالشُّهَدَاءِ وَالصَّالِحِينَ ۚ وَحَسُنَ أُولَٰئِكَ رَفِيقًا
Namni Rabbiifi Ergamaadhaaf ajajames isaan sun nabiyyoota, dhugoomsitoota, shahiidotaafi warren gaggaarii irraa warra Rabbiin qanansiise waliin ta’uWarra kanaan hiriyoomuun waa tole
70ذَٰلِكَ الْفَضْلُ مِنَ اللَّهِ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ عَلِيمًا
Tolli kun Rabbi irraayyiBeekumsaanis Rabbiin qofti ga’aadha
71يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا خُذُوا حِذْرَكُمْ فَانفِرُوا ثُبَاتٍ أَوِ انفِرُوا جَمِيعًا
Yaa warra amantan! Of eeggannoo keessan qabadhaaGareenis duulaa yookiin dimshaashanis duulaa
72وَإِنَّ مِنكُمْ لَمَن لَّيُبَطِّئَنَّ فَإِنْ أَصَابَتْكُم مُّصِيبَةٌ قَالَ قَدْ أَنْعَمَ اللَّهُ عَلَيَّ إِذْ لَمْ أَكُن مَّعَهُمْ شَهِيدًا
Dhugumatti, isin irraas nama (duula irraa) duubatti jedhutu jiraKanaaf yoo balaan wahii isin tuqe “Dhugumatti, Rabbiin yeroo akka ani isaan waliin (duula irratti) argamu hin taasisin qananii (Isaa) narratti dhangalaasee jira" jedha
73وَلَئِنْ أَصَابَكُمْ فَضْلٌ مِّنَ اللَّهِ لَيَقُولَنَّ كَأَن لَّمْ تَكُن بَيْنَكُمْ وَبَيْنَهُ مَوَدَّةٌ يَا لَيْتَنِي كُنتُ مَعَهُمْ فَأَفُوزَ فَوْزًا عَظِيمًا
Yoo tolli Rabbirraa tae wahii isin tuqe immoo silaa dhugumatti inni akka waan gidduu keessaniifi gidduu isaa jaalalli wahii hin turinii “yaa hawwii kiyya! Odoo isaan waliin ta’ee, silaa milkii guddaa milkaaya ture” jedha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 71

Suuratu An-Nisa Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Of eeggannoo keessan qabadhaaGareenis duulaa yookiin dimshaashanis…

Suuratu Aayah 71/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers