An-Nisa · 9/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
وَلْيَخْشَ الَّذِينَ لَوْ تَرَكُوا مِنْ خَلْفِهِمْ ذُرِّيَّةً ضِعَافًا خَافُوا عَلَيْهِمْ فَلْيَتَّقُوا اللَّهَ وَلْيَقُولُوا قَوْلًا سَدِيدًا ۝٩
Walyakhshal lazeena law tarakoo min khalfihim zurriyyatan di`aafan khaafoo `alaihim falyattaqul laaha walyaqooloo qawlan sadeedaa
📖 Afaan Oromoon
Warri odoo duuba isaaniitti ilmaan dadhaboo dhiisaanii (duanii) isaan irratti sodaatanu, (yatiima miidhuu) haa sodaatanuRabbiin sodaatanii jecha haqaa haa jedhanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu An-Nisa

7لِّلرِّجَالِ نَصِيبٌ مِّمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ وَلِلنِّسَاءِ نَصِيبٌ مِّمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ مِمَّا قَلَّ مِنْهُ أَوْ كَثُرَ ۚ نَصِيبًا مَّفْرُوضًا
Dhiirotaaf Waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraDubartootaafis waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraWaan isa irraa xiqqaateefi guddate irraas; Qooda murteeffamaa (Rabbiin isa qoodeera)
8وَإِذَا حَضَرَ الْقِسْمَةَ أُولُو الْقُرْبَىٰ وَالْيَتَامَىٰ وَالْمَسَاكِينُ فَارْزُقُوهُم مِّنْهُ وَقُولُوا لَهُمْ قَوْلًا مَّعْرُوفًا
Yeroo firoonni, yatiimonniifi hiyyeeyyiin (bakka) qoodaa dhufan isa irraa isaaniif kennaa; jecha gaariis isaaniin jedhaa
9وَلْيَخْشَ الَّذِينَ لَوْ تَرَكُوا مِنْ خَلْفِهِمْ ذُرِّيَّةً ضِعَافًا خَافُوا عَلَيْهِمْ فَلْيَتَّقُوا اللَّهَ وَلْيَقُولُوا قَوْلًا سَدِيدًا
Warri odoo duuba isaaniitti ilmaan dadhaboo dhiisaanii (duanii) isaan irratti sodaatanu, (yatiima miidhuu) haa sodaatanuRabbiin sodaatanii jecha haqaa haa jedhanu
10إِنَّ الَّذِينَ يَأْكُلُونَ أَمْوَالَ الْيَتَامَىٰ ظُلْمًا إِنَّمَا يَأْكُلُونَ فِي بُطُونِهِمْ نَارًا ۖ وَسَيَصْلَوْنَ سَعِيرًا
Dhugumatti isaan qabeenya yatiimotaa miidhuudhaan nyaatan, wanti isaan garaa isaanii keessatti nyaatanu ibiddumaFuulduratti ibidda boba’aa seenu
11يُوصِيكُمُ اللَّهُ فِي أَوْلَادِكُمْ ۖ لِلذَّكَرِ مِثْلُ حَظِّ الْأُنثَيَيْنِ ۚ فَإِن كُنَّ نِسَاءً فَوْقَ اثْنَتَيْنِ فَلَهُنَّ ثُلُثَا مَا تَرَكَ ۖ وَإِن كَانَتْ وَاحِدَةً فَلَهَا النِّصْفُ ۚ وَلِأَبَوَيْهِ لِكُلِّ وَاحِدٍ مِّنْهُمَا السُّدُسُ مِمَّا تَرَكَ إِن كَانَ لَهُ وَلَدٌ ۚ فَإِن لَّمْ يَكُن لَّهُ وَلَدٌ وَوَرِثَهُ أَبَوَاهُ فَلِأُمِّهِ الثُّلُثُ ۚ فَإِن كَانَ لَهُ إِخْوَةٌ فَلِأُمِّهِ السُّدُسُ ۚ مِن بَعْدِ وَصِيَّةٍ يُوصِي بِهَا أَوْ دَيْنٍ ۗ آبَاؤُكُمْ وَأَبْنَاؤُكُمْ لَا تَدْرُونَ أَيُّهُمْ أَقْرَبُ لَكُمْ نَفْعًا ۚ فَرِيضَةً مِّنَ اللَّهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ عَلِيمًا حَكِيمًا
Rabbiin ilmaan keessan keessatti isiniif dhaamaDhiiraaf fakkaataa qooda durba lamaatu jiraYoo dubartii lamaafi sanaa ol ta’an, lama sadaffaa waan inni dhiiseetu isaaniif jiraYoo tokko qofa taate walakkaatu isheef jiraYoo isaaf (nama du’eef) ilmaan jiraate, abbaafi haadha isaatiif waan inni dhiise irraa tokko tokkoon isaaniitiif tokko jahaffaatu jiraYoo ilmi isaaf hin jiraatin, abbaafi haati isaa isa dhaalan, haadha isaatiif tokko sadaffaatu jiraYoo obboleeyyan isaaf jiraatan immoo haadha isaatiif tokko jahaffaatu jira(Kun hundinuu kan qoodamu) booda dhaamsa inni dhaammate yookiin dayniitiiyyiAbbootiin keessaniifi ilmaan keessan eenyuu isaaniitu buaa isiniif buusuutti dhihoodhaa hin beektanuMurtii Rabbi irraa tae (Rabbiin murteesseera)Rabbiin beekaa, ogeessa tae
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 9

Suuratu An-Nisa Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri odoo duuba isaaniitti ilmaan dadhaboo dhiisaanii (duanii) isaan irratti…

Suuratu Aayah 9/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers