Ash-Shura · 41/53
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shura
وَلَمَنِ انتَصَرَ بَعْدَ ظُلْمِهِ فَأُولَٰئِكَ مَا عَلَيْهِم مِّن سَبِيلٍ ۝٤١
Wa lamanin tasara ba`da zulmihee fa ulaaa`ika maa `alaihim min sabeel
📖 Afaan Oromoon
Namni erga miidhamee booda haaloo bahates, isaan sun diliin isaan irra hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu Ash-Shura

39وَالَّذِينَ إِذَا أَصَابَهُمُ الْبَغْيُ هُمْ يَنتَصِرُونَ
Isaan warra yeroo miidhaan isaan qunname (haqaan) haaloo bahataniidha
40وَجَزَاءُ سَيِّئَةٍ سَيِّئَةٌ مِّثْلُهَا ۖ فَمَنْ عَفَا وَأَصْلَحَ فَأَجْرُهُ عَلَى اللَّهِ ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الظَّالِمِينَ
Galanni hamtuu hamtuma akka isheetiNamni dhiifama godhee, (hariiroos) tolche galanni isaa Rabbi irra jiraInni (Allaahn) miidhaa hojjattoota hin jaallatu
41وَلَمَنِ انتَصَرَ بَعْدَ ظُلْمِهِ فَأُولَٰئِكَ مَا عَلَيْهِم مِّن سَبِيلٍ
Namni erga miidhamee booda haaloo bahates, isaan sun diliin isaan irra hin jiru
42إِنَّمَا السَّبِيلُ عَلَى الَّذِينَ يَظْلِمُونَ النَّاسَ وَيَبْغُونَ فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ ۚ أُولَٰئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Komiin kan jiru isaan namoota miidhanii, haqaan ala dachii keessatti daangaa dabran irrattiIsaan sun adabbii laalessaatu isaaniif jira
43وَلَمَن صَبَرَ وَغَفَرَ إِنَّ ذَٰلِكَ لَمِنْ عَزْمِ الْأُمُورِ
Namni obsee irra dabre, dhugumatti sun dhimmoota gurguddoo irraayi
Ash-ShuraTarreeffama Qur'ana
53Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — Ash-Shura 41

Suuratu Ash-Shura Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni erga miidhamee booda haaloo bahates, isaan sun diliin isaan…

Suuratu Aayah 41/53 — Suuratu Ash-Shura الشورى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shura Caqasi, Suuratu Ash-Shura Hiikkaa, Suuratu Ash-Shura mp3, Suuratu Ash-Shura pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers