Al-Qamar · 32/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ ۝٣٢
Wa laqad yassarnal quraana liz zikri fahal mim muddakir
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Al-Qamar

30فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi akeekkachiisni kiyyaa akkam ture laata
31إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ صَيْحَةً وَاحِدَةً فَكَانُوا كَهَشِيمِ الْمُحْتَظِرِ
Dhugumatti, Nuti iyya tokkittii isaan irratti ergineErgasii akka caccabaa mooraa horiin irra deemee tahan
32وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa
33كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ بِالنُّذُرِ
Ummanni “Luux” dinniina sobsiisaniiru
34إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ حَاصِبًا إِلَّا آلَ لُوطٍ ۖ نَّجَّيْنَاهُم بِسَحَرٍ
Dhugumatti, Nuti isaan irratti bubbee cirrachaa erginee jirraMaatii Luux malee, (yeroo) bariisaa isaan baraarsine
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 32

Suuratu Al-Qamar Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa

Suuratu Aayah 32/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers