Al-Waqi'ah · 38/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
لِّأَصْحَابِ الْيَمِينِ ۝٣٨
Li as haabil yameen
📖 Afaan Oromoon
Warra mirgaatiif (qophaa’an)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Al-Waqi'ah

36فَجَعَلْنَاهُنَّ أَبْكَارًا
Dubroota isaan goone
37عُرُبًا أَتْرَابًا
Jaallattoota (abbaa manaa), kan hiriyoota ta’an (isaan goone)
38لِّأَصْحَابِ الْيَمِينِ
Warra mirgaatiif (qophaa’an)
39ثُلَّةٌ مِّنَ الْأَوَّلِينَ
Hedduun (isaanii) warra duraa irraayi
40وَثُلَّةٌ مِّنَ الْآخِرِينَ
Warra boodaa irraahis baay’eedha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 38

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra mirgaatiif (qophaa’an)

Suuratu Aayah 38/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers