Al-An'am · 104/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-An'am
قَدْ جَاءَكُم بَصَائِرُ مِن رَّبِّكُمْ ۖ فَمَنْ أَبْصَرَ فَلِنَفْسِهِ ۖ وَمَنْ عَمِيَ فَعَلَيْهَا ۚ وَمَا أَنَا عَلَيْكُم بِحَفِيظٍ ۝١٠٤
Qad jaaa`akum basaaa`iru mir Rabbikum faman absara falinafsihee wa man `amiya fa`alaihaa; wa maaa ana `alaikum bihafeez
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Gooftaa keessan irraa ragaawwan ifa ta’an isinitti dhufeeraNamni (ragaawwan kanniin) arge lubbuma isaatiif (itti fayyadama)Namni jaames isheedhuma irratti (miidhaa geessisa)Aniis isin irratti tiksaa miti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 102-106 — Suuratu Al-An'am

102ذَٰلِكُمُ اللَّهُ رَبُّكُمْ ۖ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ خَالِقُ كُلِّ شَيْءٍ فَاعْبُدُوهُ ۚ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ وَكِيلٌ
Kan akkana hojjate kun Rabbii keessaniIsa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru(Inni) uumaa waan hundaatii, Isa (qofa) gabbaraaInnis waan hunda tiksaadha
103لَّا تُدْرِكُهُ الْأَبْصَارُ وَهُوَ يُدْرِكُ الْأَبْصَارَ ۖ وَهُوَ اللَّطِيفُ الْخَبِيرُ
(Addunyaatti) agartuun Isa hin agartuInni immoo agartuu hunda ni argaInni mararfataa, beekaadha
104قَدْ جَاءَكُم بَصَائِرُ مِن رَّبِّكُمْ ۖ فَمَنْ أَبْصَرَ فَلِنَفْسِهِ ۖ وَمَنْ عَمِيَ فَعَلَيْهَا ۚ وَمَا أَنَا عَلَيْكُم بِحَفِيظٍ
Dhugumatti, Gooftaa keessan irraa ragaawwan ifa ta’an isinitti dhufeeraNamni (ragaawwan kanniin) arge lubbuma isaatiif (itti fayyadama)Namni jaames isheedhuma irratti (miidhaa geessisa)Aniis isin irratti tiksaa miti
105وَكَذَٰلِكَ نُصَرِّفُ الْآيَاتِ وَلِيَقُولُوا دَرَسْتَ وَلِنُبَيِّنَهُ لِقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Akkasumas (akka isaan xiinxalaniifi kitaaba durii) quate jedhaniifi ummata beekaniif immoo ibsuuf keeyyattoota addeessina
106اتَّبِعْ مَا أُوحِيَ إِلَيْكَ مِن رَّبِّكَ ۖ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ وَأَعْرِضْ عَنِ الْمُشْرِكِينَ
Waan Gooftaa kee irraa sitti beeksifame hordofiIsa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru; mushrikoota irraas garagali
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
104Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 104

Suuratu Al-An'am Aayah 104 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Gooftaa keessan irraa ragaawwan ifa ta’an isinitti dhufeeraNamni (ragaawwan…

Suuratu Aayah 104/165 — Suuratu Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-An'am Caqasi, Suuratu Al-An'am Hiikkaa, Suuratu Al-An'am mp3, Suuratu Al-An'am pdf. Aayah 102–106. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers