Al-An'am · 42/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا إِلَىٰ أُمَمٍ مِّن قَبْلِكَ فَأَخَذْنَاهُم بِالْبَأْسَاءِ وَالضَّرَّاءِ لَعَلَّهُمْ يَتَضَرَّعُونَ ۝٤٢
Wa laqad arsalnaaa ilaaa umamim min qablika fa akhaznaahum bilbaasaaa`i waddarraaa`i la`allahum yata darra`oon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, gara ummattoota siin duraatti erginee jirraAkka isaan (Rabbitti) watwaataniif hiyyummaafi dhukkubaan isaan qabnee jirra
🎧 Caqasi

📜 Aayah 40-44 — Al-An'am

40قُلْ أَرَأَيْتَكُمْ إِنْ أَتَاكُمْ عَذَابُ اللَّهِ أَوْ أَتَتْكُمُ السَّاعَةُ أَغَيْرَ اللَّهِ تَدْعُونَ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Jedhi: "Sila yoo adabbiin Rabbii isinitti dhufe yookiin Qiyaamaan isinitti dhufte, yoo kan dhugaa dubbattan taataniif, waan Rabbiin alaa ni kadhattuu? mee naaf himaa
41بَلْ إِيَّاهُ تَدْعُونَ فَيَكْشِفُ مَا تَدْعُونَ إِلَيْهِ إِن شَاءَ وَتَنسَوْنَ مَا تُشْرِكُونَ
Dhugumatti Isa qofa kadhattu, yoo fedhe waan isin gara isaatti kadhattan san isin irraa kaasaWaan qindeessitanis ni irraanfattu
42وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا إِلَىٰ أُمَمٍ مِّن قَبْلِكَ فَأَخَذْنَاهُم بِالْبَأْسَاءِ وَالضَّرَّاءِ لَعَلَّهُمْ يَتَضَرَّعُونَ
Dhugumatti, gara ummattoota siin duraatti erginee jirraAkka isaan (Rabbitti) watwaataniif hiyyummaafi dhukkubaan isaan qabnee jirra
43فَلَوْلَا إِذْ جَاءَهُم بَأْسُنَا تَضَرَّعُوا وَلَٰكِن قَسَتْ قُلُوبُهُمْ وَزَيَّنَ لَهُمُ الشَّيْطَانُ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Maaliif yeroo adabbiin keenya isaanitti dhufe (Rabbitti) hin watwaatinGaruu onneen isaanii ni gogdeSheyxaannis waan isaan dalagaa turan isaaniif miidhagse
44فَلَمَّا نَسُوا مَا ذُكِّرُوا بِهِ فَتَحْنَا عَلَيْهِمْ أَبْوَابَ كُلِّ شَيْءٍ حَتَّىٰ إِذَا فَرِحُوا بِمَا أُوتُوا أَخَذْنَاهُم بَغْتَةً فَإِذَا هُم مُّبْلِسُونَ
Yeroma isaan waan ittiin gorfaman dagatan, balbala waan hundaa isaanitti banne; yeroo isaan waan kennamaniin gammadan odoo hin beekne (adabaan) isaan qabneIsaan yoosuu abdii murattoota
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 42

Suuratu Al-An'am Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, gara ummattoota siin duraatti erginee jirraAkka isaan (Rabbitti) watwaataniif…

Suuratu Aayah 42/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers