Al-Qalam · 32/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
عَسَىٰ رَبُّنَا أَن يُبْدِلَنَا خَيْرًا مِّنْهَا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا رَاغِبُونَ ۝٣٢
Asaa rabbunaaa any yubdilanaa khairam minhaaa innaaa ilaa rabbinaa raaghiboon
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Al-Qalam

30فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَلَاوَمُونَ
Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale
31قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا طَاغِينَ
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota
32عَسَىٰ رَبُّنَا أَن يُبْدِلَنَا خَيْرًا مِّنْهَا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا رَاغِبُونَ
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan)
33كَذَٰلِكَ الْعَذَابُ ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan)
34إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمْ جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 32

Suuratu Al-Qalam Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti,…

Suuratu Aayah 32/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers