Al-Qalam · 31/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا طَاغِينَ ۝٣١
Qaaloo yaa wailanaaa innaa kunnaa taagheen
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 29-33 — Suuratu Al-Qalam

29قَالُوا سُبْحَانَ رَبِّنَا إِنَّا كُنَّا ظَالِمِينَ
Gooftaan keenya qulqullaae; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan
30فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَلَاوَمُونَ
Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale
31قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا طَاغِينَ
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota
32عَسَىٰ رَبُّنَا أَن يُبْدِلَنَا خَيْرًا مِّنْهَا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا رَاغِبُونَ
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan)
33كَذَٰلِكَ الْعَذَابُ ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 31

Suuratu Al-Qalam Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota

Suuratu Aayah 31/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers