Al-Qalam · 33/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
كَذَٰلِكَ الْعَذَابُ ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ ۝٣٣
Kazaalikal azaab, wa la`azaabul aakhirati akbar; law kaanoo ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Qalam

31قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا طَاغِينَ
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota
32عَسَىٰ رَبُّنَا أَن يُبْدِلَنَا خَيْرًا مِّنْهَا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا رَاغِبُونَ
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan)
33كَذَٰلِكَ الْعَذَابُ ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan)
34إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمْ جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira
35أَفَنَجْعَلُ الْمُسْلِمِينَ كَالْمُجْرِمِينَ
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 33

Suuratu Al-Qalam Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of…

Suuratu Aayah 33/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers