Al-Qalam · 52/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
وَمَا هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ ۝٥٢
Wa maa huwa illaa zikrul lil`aalameen
📖 Afaan Oromoon
Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-52 — Suuratu Al-Qalam

50فَاجْتَبَاهُ رَبُّهُ فَجَعَلَهُ مِنَ الصَّالِحِينَ
Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe
51وَإِن يَكَادُ الَّذِينَ كَفَرُوا لَيُزْلِقُونَكَ بِأَبْصَارِهِمْ لَمَّا سَمِعُوا الذِّكْرَ وَيَقُولُونَ إِنَّهُ لَمَجْنُونٌ
Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhagaan ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu
52وَمَا هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 52

Suuratu Al-Qalam Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane

Suuratu Aayah 52/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 50–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers