Al-Qalam · 51/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
وَإِن يَكَادُ الَّذِينَ كَفَرُوا لَيُزْلِقُونَكَ بِأَبْصَارِهِمْ لَمَّا سَمِعُوا الذِّكْرَ وَيَقُولُونَ إِنَّهُ لَمَجْنُونٌ ۝٥١
Wa iny-yakaadul lazeena kafaroo la-yuzliqoonaka biabsaarihim lammaa saml`uz-Zikra wa yaqooloona innahoo lamajnoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhagaan ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 49-52 — Suuratu Al-Qalam

49لَّوْلَا أَن تَدَارَكَهُ نِعْمَةٌ مِّن رَّبِّهِ لَنُبِذَ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ مَذْمُومٌ
Odoo niimaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa taeeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture
50فَاجْتَبَاهُ رَبُّهُ فَجَعَلَهُ مِنَ الصَّالِحِينَ
Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe
51وَإِن يَكَادُ الَّذِينَ كَفَرُوا لَيُزْلِقُونَكَ بِأَبْصَارِهِمْ لَمَّا سَمِعُوا الذِّكْرَ وَيَقُولُونَ إِنَّهُ لَمَجْنُونٌ
Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhagaan ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu
52وَمَا هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 51

Suuratu Al-Qalam Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhagaan ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi…

Suuratu Aayah 51/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 49–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers